Qoricha aadaa PDF SAGANTAA BARNOOTA DIGIRII DURAAN BOODAA Waraqaa qorannoo barataa Leellisaa Baayisaatiin mata duree Xiinxala Qorichoota Aadaa Biqiltootaafi Bineensota Irraa Qopheeffaman: Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi’eessootti jedhu irratti gaggeessummaa koo jalatti hojjechaa ture dubbisee madaaleera. txt) or read online for free. Kanaafuu, Sabni Oromoo aadaa sirna fuudhaa fi heerumaa mataa isaa qaba. Akkasumas hiriyyoota koo warra dhimma qorannoo kanaa irratti yaadaan nacinaa dhaabbachuun na jajjabeessaa fi na deeggaraa turtan hundaaf galanni koo daangaa hin qabu. Qaaccessa Qabiyyee Qoricha Aadaa Godiina Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Irratt Kan Xiyyeeffate. Karaa biraatiinis, waantonni adeemsa qophii qoricha aadaa keessatti keessa darbaman sababa isaa wajjin waan ibsamaniif qoricha aadaa dhukkuba fayyisuun alatti falaasama hawaasichaa ta‟uu isaa agarsiisa. . aniifi mul‟isaniidha. Biqilooni naannoo keenyatti argaman akka madda qorichaatti faayidaa hedduu dhala namaaf kan kennanii dha. IBSA QORATICHAA Ani qorataan maqaafi mallattoon koo gaditti eerame qorannoon mata duree Xiinxala Qorichoota Aadaa Biqiltootaafi Bineensotarraa Qopheeffamaan Godina Harargee Lixaa, Aanaa Mi’eessootti jedhurraatti gaggeesse kun hojii dhuunfaa koo ta’uu isaafi kana dura Yuunivarsiitii kamittuu ittiin eebbifamuuf kan hindhiyaanne ta’uu akkasumas madda ragaa koos sirnaan wabbeeffachuu koo Qabiyyeen qoricha aadaa ykn waantonni qorichi aadaa irraa hojjetaman waantota gurguddoo shan ta‟uusaa argannoo keessatti ibsamee jira. eyrnma, 9dkd, agdiy, fpuil, mtqwq, gsd7, z5ayo, 1ibop5, 3ixoi, n7m90d,